Dhimmaa walaggaa irratti

Gochaan amma wallaggarratti raawwatamaa jiru bara 30 dura jechuun bara wayyaaneen gara Aangootti dhuftu oromiyaa gara bahaatti raawwatamee jira fakkeenyaan harargee baddannotti arsii Arbaa guugutti maatii waatiin osoo hin hafin ibiddaan gubamanii turan Eenyutu gubee akkamitti gubatanii yoo jenne opdo gaafas pp harraa tanatu wayyaaneef dullaa ta, ee gocha san raawwataa ture kanaaf hireen oromoonContinue reading “Dhimmaa walaggaa irratti”

Design a site like this with WordPress.com
Get started