Wbo wajjiin marii godhuun dirqama ta, ee jira
About my life
Jiraachuuf jettee eenyuttuu harka hin laatin rabbii kee malee isa qofa kan bakka kuftee ol si kaasuu dandahu,
Furmaata qabsoo oromoo
Furmaanni qabsoo oromoo, tokkoomuu ijaaramuu hidhachuu
Thanks for Allah
Opdo aangessuun oromoo wal afaan deebise
Tokkummaan oromoo akka diigamu oromoon qe, ee isaatirtaa akka buqqa, u gadhee fi gadi galoon nyafxanyootaa ororratti akka koortu warri gochaa turee fi gochaa jiru opdo kaleessaa bilxiginnaa harraati dhugaa tana liqimsuu qaba namuutuu!!
Oromo provers
“Qooda qocaaf kaaye allaattiin hin fuutu”
No war on walega
Qawween furmaata miti nu jabeessa malee nu laaffisu
Dhimmaa walaggaa irratti
Gochaan amma wallaggarratti raawwatamaa jiru bara 30 dura jechuun bara wayyaaneen gara Aangootti dhuftu oromiyaa gara bahaatti raawwatamee jira fakkeenyaan harargee baddannotti arsii Arbaa guugutti maatii waatiin osoo hin hafin ibiddaan gubamanii turan
Eenyutu gubee akkamitti gubatanii yoo jenne opdo gaafas pp harraa tanatu wayyaaneef dullaa ta, ee gocha san raawwataa ture kanaaf hireen oromoon qabdu takka qofa isiin sun dhiiraa dhalaan qabsoo hidhannootti seenuudha kuni yaada kooti!
Waa,ee keenya
Waa, een keenya waan hedduu nama ajaa, ibu ofii keennaa wal cabsinaa ofii keenna gufuubwalitti taana walitti ta, aa turre, taa, aa jirra!